{"id":2433,"date":"2023-03-11T17:58:50","date_gmt":"2023-03-11T17:58:50","guid":{"rendered":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/?p=2433"},"modified":"2023-03-11T18:22:17","modified_gmt":"2023-03-11T18:22:17","slug":"dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/","title":{"rendered":"<strong>Dubartoonni maaliif dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu?<\/strong>"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\"><strong>Qopheessitoonni<\/strong>: Esteban Ortiz-Ospina fi Diana Beltekian<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\"><strong>Kan barreeffame<\/strong>: Bara 2018 A.L.A<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\"><strong>Kan hiikame:<\/strong>\u00a0Bara 2023 A.L.A<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Addunyaa kana irratti bakka hundatti dubartoonni dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu \u2013 garuu yeroo hunda akkas hin turre. Ragaan biyyoota dureeyyii irraa argame akka agarsiisutti jaarraa 19ffaa keessa dubartoonni dhiirota caalaa umurii dheeraa akka hin jiraannedha. Yeroo har\u02bcaa dubartoonni dhiirota caalaa yeroo dheeraa kan jiraatan maaliifi? Ragaan jiru daangeffamaa waan ta&#8217;eef deebii gartokkee qofa qabna.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Dubartoonni dhiirota caalaa umurii dheeraa akka jiraataniif sababoonni baayoloojii, amalaafi naannoo hundi gumaacha akka qaban ni beekna; garuu gumaachi walqabataa tokkoon tokkoon wantoota kanaa hammam cimaa akka ta\u2019e sirriitti hin beeknu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Ulfaatina ragaa malee, yoo xiqqaate sababni dubartoonni har\u2019a duraan caalaa dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatan sababa baayoloojiin ala tahaan tokko tokko jijjiiramuu isaanii wajjin kan walqabatu ta\u2019uu isaa beekna. Wantoonni jijjiiraman kun maal fa\u2019a? Gariin isaanii baay\u2019ee kan beekamaniidha, sababoota akka dhiironni dubartoota caalaa waan xuuxanif fa\u2019a. Kaan immoo caalaatti walxaxaa dha. Fakkeenyaaf, biyyoota dureeyyii keessatti faayidaan dubartootaa yeeroo dheraaf lubbuun jiraachuf qaban gartokkoon kan dabale dhukkuboonni daddarboo jaarraa tokko dura dubartoota irra caalaa miidhu waan tureefidha. Amma ammayyuummaa damee fayyaatiin dhukkuboota duraan dubartoota irra caalaa miidhanif qorichi waan jiruuf, dubartoonni amma umurii dheeraa jiraachaa jiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\"><strong>Addunyaa maraatti dubartoonni dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu<\/strong><strong><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Chaartiin armaan gadii kun umurii dhiiraa fi dubartoota yeroo dhalatan agarsiisa. Akkuma arginu biyyoonni hundi sarara walqixxummaa daayaagoonaalii ol ta\u2019u \u2013 kana jechuun biyyoota hunda keessatti shamarreen reefuu dhalatte mucaa dhiiraa reefuu dhalate caalaa umurii dheeraa jiraachuuf eeguu dandeessi.<\/p>\n\n\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Kan nama ajaa\u2019ibu, akkan chaartiin kun mul&#8217;issutti dubartoonni umrii eeraa jiraachuuf faaydaan qaban bakka hundatti kan jiru yoo ta\u2019u, garaagarummaan biyyoota adda addaa gidduu jiru garuu guddaa ta\u2019uu agarsiisa. Raashiyaa keessatti dubartoonni dhiirota caalaa waggaa 10 ni jiraatu; Butaan keessatti garaagarummaan jiru walakkaa waggaa gadi dha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\"><strong>Biyyoota dureeyyii keessatti faayidaan dubartoonni umurii dheeraa jiraachuuf qaban xiqqaa ture<\/strong><strong><\/strong><\/p>\n\n\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Mee amma faayidaan dubartootaa umurii dheeraa keessatti qaban yeroon akkamitti akka jijjiirame haa ilaallu. Chaartiin itti aanu umurii dhiiraa fi dubaraa yeroo dhalatan US keessatti bara 1790-2014tti agarsiisa. Qabxiileen lama adda ba\u2019anii mul\u2019atu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Tokkoffaa, olka\u2019iinsi jira: Dhiironni fi dubartoonni US keessatti har\u2019a jaarraa tokko duraa caalaa umrii baay\u2019ee dheeraa jiraatu. Kunis seenaa keessatti daballii umrii jireenyaa addunyaa bakka hundatti mul\u2019ate waliin kan walsimuudha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Akkasumas lammaffaa: Faayidaan dubartootaa umurii dheeraa jiraachuuf qaban duraan baay\u2019ee xiqqaa ture, garuu jaarraa darbe keessatti baay\u2019ee dabaleera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\"><strong>Faayidaan dubartootaa umurii dheraa jiraachuuf qaban gartokkoon sababa carraa yeroo ijoollummaa lubbuun jiraachuu olaanaa ta\u2019e waan qabaniifis dha.<\/strong><strong><\/strong><\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"678\" height=\"557\" src=\"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-content\/uploads\/2023\/03\/Picture1.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-2434\" srcset=\"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-content\/uploads\/2023\/03\/Picture1.png 678w, https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-content\/uploads\/2023\/03\/Picture1-300x246.png 300w\" sizes=\"(max-width: 678px) 100vw, 678px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Biyyoota baay\u2019ee keessatti duuti daa\u2019immanii ijoollee dhiiraa ol\u2019aanaadha. &nbsp;Biyyoota hiyyeeyyii du\u2019a daa\u2019immanii baay\u2019ee qaban keessatti garaagarummaan jiru ifaadha. Garuu biyyoota dureeyyii, bakka daa\u2019imman muraasni du\u2019an, garaagarummaa saalaa du\u2019a daa\u2019immanii irratti &nbsp;mul\u2019atu ifatti hin agarsiisu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Ragaaleen jiran akka mul&#8217;isanitti, biyyoota dureeyyii har\u2019aa keessatti naannoo jaarraa 19ffaa keessa duuti daa&#8217;immanii dubartootaa ol\u2019aanaa akka ture. &nbsp;Duuti daa\u2019imman dhiiraa kan dubartootaa caalu kan jalqabe jaarraa 20ffaa keessa ture. Sababni isaas tajaajilli fayyaa fooyya&#8217;aa waan jiruufi. Haaluma walfakkaatuun biyyoota kanneen keessatti duuti haadholii duraan baay\u2019ee ol\u2019aanaa kan ture yoo ta\u2019u, jaarraa 20ffaa keessa haalaan hir\u2019ateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Haa ta\u2019u malee, akkuma chaartiin asitti mul\u2019atutti, Faransaay, Siwiidin, US fi UK keessatti, umriin dubartootaa 45 ga\u2019uuf kan dhiirotaa caalaas ol\u2019aanaa ture, garaagarummaan kun walakkaa jaarraa 20ffaa isa jalqabaa keessa guddachaa dhufe bara 1970 fi 1980 gidduutti sadarkaa olaanaa irra ga\u2019eera. Garuu dhiheenya kana maaliif dubartoonni dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraachuu akka dandahaan hin ibsan.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\"><strong>Faayidaa dubartootaa umurii dheeraa jiraachuuf qaban maaltu ibsa, yeroo booda maaliif jijjiirame?<\/strong><strong><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Ragaan akka agarsiisutti garaagarummaan kiroomozoomii fi hormoonii dhiiraa fi dubartoota gidduu jiru umurii dheeraa irratti dhiibbaa qaba. Fakkeenyaaf, dhiironni cooma garaa keessaa (&#8216;visceral fat&#8217;) baay\u2019ee kan qaban yoo ta\u2019u, dubartoonni ammoo cooma gogaa jalaa (&#8216;subcutaneous fat&#8217;) baay\u2019ee qabu. Garaagarummaan kana kan fiduu istiroojinii fi kiroomozoomii X lammaffaa dubartoota keessaatti argamuu isaati. Akkasumas coomni qaamolee akkaa onnee fi kalee marsee jiru dhukkuba fida jedhamee tilmaamama.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Garuu garaagarummaan baayoloojii qaamaa sababoota garaagaruummaa kana fidan keessa issa tokko malee garaagarummaa guddaa akkasii yeeroon dhufee biyyoota gidduutti hin arginu ture. Sababni inni biraa maal ta&#8217;uu danda&#8217;a?<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Deebii murtaa\u2019aa hin qabnu, garuu ragaalee tokko tokko qabna. Fakkeenyaaf, jijjiiramni amala sigaaraa xuuxuu dhiirota irratti mul\u2019ate reetii du\u2019a irratti dhiibbaa akka geessise ni beekna. Akkasumas guddinni seenaa yaalaa fayyaa dhiiraa fi dubartootaa irratti dhiibbaa adda addaa akka geessise ni beekna. Qorannoon bara 2018 Adriana Lleras-Muney fi Claudia Goldin, ragaa yeroo dheeraa dhukkuboota daddarboo ilaaluun, mala kana irratti hubannoo nuuf kenna.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Lleras-Muney fi Goldin akka agarsiisanitti, US keessatti dhukkuboonni daddarboo jaarraa 19ffaa keessa dubartoota umuriin isaanii waggaa 5 hanga 25 gidduu jiran irra caalaa miidhu ture. Amma dhukkubni daddarboo waan gadi bu\u2019eef, dubartoonni umrii dheraa akka jiraatanif gargaareera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\"><strong>Gaaffiiwwan deebii hin qabne?<\/strong><\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Umuriin dubartootaa dheeraan bineensota keessatti kan barame akka ta\u2019e ni beekna, garuu kun yeroo hunda dhugaa miti. Akkasumas, dubartoonni dhiirota caalaa umurii dheeraa akka jiraatan sababoonni baayoloojii, amalaafi naannoo hundi isaanii gumaacha akka qaban ni beekna.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Akkuma chaartiin kun mul\u2019isutti biyyoota baay\u2019ee keessatti sababoota du\u2019aa hundaa keessaa duuti dhiirotaa ol\u2019aanaadha. Daataan bal\u2019aan akka agarsiisutti kun umurii hunda keessatti kan mul\u2019atu dha; ta\u2019us kan nama ajaa\u2019ibu, dubartoonni umurii isaanii guutuu yeroo baay\u2019ee dhiirota caalaa dhukkuba qaamaa, qaama miidhamummaa, daawwannaa doktora baay\u2019ee fi hospitaala turuun isaaniis dhiirota caalaa ol\u2019aanaadha. Dubartoonni dhiirota caalaa kan jiraatan suuta waan dulloomaniif qofa osoo hin taane, umurii kamittuu yeroo dhukkubsatan dandeettii dhukkuba damdamachuun ciccimoo waan ta&#8217;aniif fakkaata. Kun qabxii hawwataa ammallee qorannoo dabalataa barbaadudha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\"><strong>Yaada xumuraa<\/strong><strong><\/strong><\/p>\n\n\n\n<p class=\"has-medium-font-size wp-block-paragraph\">Qabxiin hawwataan qorannoo Adriana Lleras-Muney fi Claudia Goldin keessatti ka\u2019e, bu\u2019aan umurii dheeraa walmadaalu hin taane dubartoonni jaarraa 20ffaa keessa biyyoota dureeyyii keessatti dhukkuboota daddarboo hir\u2019isuu irraa argatan kallattiin du\u2019a hir\u2019isuu waliin wal hin qabatu. Duuti sababa dhukkuboota daddarbootiin uumamuu kallattiin hir\u2019achuun isaa barbaachisaa ta\u2019us, guddina garaagarrummaa lubbuun jiraachuu dhiiraa fi dubartoota gidduu jiru ibsuuf sababa ijoo hin turre. Gama kanaan, wanti jijjiirama fide, bu\u2019aa al-kallatti yeroo dheeraa namoota lubbuun hafan irratti mul\u2019ate ture: Namoonni dhukkuba daddarboo irraa hafan yeroo baay\u2019ee ba\u2019aa fayyaa qaamolee isaani miidhu kan baatan yoo ta\u2019u kunis jireenya isaanii gara boodaaf dhukkuboota biroof caalaatti saaxilamoo akka ta\u2019an isaan taasisa.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Madda:<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><em>Why do women live longer than men?<\/em> (2018, August 14). Our World in Data. Retrieved March 11, 2023, from https:\/\/ourworldindata.org\/why-do-women-live-longer-than-men<\/p>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Qopheessitoonni: Esteban Ortiz-Ospina fi Diana Beltekian Kan barreeffame: Bara 2018 A.L.A Kan hiikame:\u00a0Bara 2023 A.L.A Addunyaa kana irratti bakka hundatti dubartoonni dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu \u2013 garuu yeroo hunda akkas hin turre. Ragaan biyyoota dureeyyii irraa argame akka agarsiisutti jaarraa 19ffaa keessa dubartoonni dhiirota caalaa umurii dheeraa akka hin jiraannedha. Yeroo har\u02bcaa dubartoonni dhiirota [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"ocean_front_end_style_editor":"no","ocean_post_layout":"","ocean_both_sidebars_style":"","ocean_both_sidebars_content_width":0,"ocean_both_sidebars_sidebars_width":0,"ocean_sidebar":"0","ocean_second_sidebar":"0","ocean_disable_margins":"enable","ocean_add_body_class":"","ocean_shortcode_before_top_bar":"","ocean_shortcode_after_top_bar":"","ocean_shortcode_before_header":"","ocean_shortcode_after_header":"","ocean_has_shortcode":"","ocean_shortcode_after_title":"","ocean_shortcode_before_footer_widgets":"","ocean_shortcode_after_footer_widgets":"","ocean_shortcode_before_footer_bottom":"","ocean_shortcode_after_footer_bottom":"","ocean_display_top_bar":"default","ocean_display_header":"default","ocean_header_style":"","ocean_center_header_left_menu":"0","ocean_custom_header_template":"0","ocean_custom_logo":0,"ocean_custom_retina_logo":0,"ocean_custom_logo_max_width":0,"ocean_custom_logo_tablet_max_width":0,"ocean_custom_logo_mobile_max_width":0,"ocean_custom_logo_max_height":0,"ocean_custom_logo_tablet_max_height":0,"ocean_custom_logo_mobile_max_height":0,"ocean_header_custom_menu":"0","ocean_menu_typo_font_family":"0","ocean_menu_typo_font_subset":"","ocean_menu_typo_font_size":0,"ocean_menu_typo_font_size_tablet":0,"ocean_menu_typo_font_size_mobile":0,"ocean_menu_typo_font_size_unit":"px","ocean_menu_typo_font_weight":"","ocean_menu_typo_font_weight_tablet":"","ocean_menu_typo_font_weight_mobile":"","ocean_menu_typo_transform":"","ocean_menu_typo_transform_tablet":"","ocean_menu_typo_transform_mobile":"","ocean_menu_typo_line_height":0,"ocean_menu_typo_line_height_tablet":0,"ocean_menu_typo_line_height_mobile":0,"ocean_menu_typo_line_height_unit":"","ocean_menu_typo_spacing":0,"ocean_menu_typo_spacing_tablet":0,"ocean_menu_typo_spacing_mobile":0,"ocean_menu_typo_spacing_unit":"","ocean_menu_link_color":"","ocean_menu_link_color_hover":"","ocean_menu_link_color_active":"","ocean_menu_link_background":"","ocean_menu_link_hover_background":"","ocean_menu_link_active_background":"","ocean_menu_social_links_bg":"","ocean_menu_social_hover_links_bg":"","ocean_menu_social_links_color":"","ocean_menu_social_hover_links_color":"","ocean_disable_title":"default","ocean_disable_heading":"default","ocean_post_title":"","ocean_post_subheading":"","ocean_post_title_style":"","ocean_post_title_background_color":"","ocean_post_title_background":0,"ocean_post_title_bg_image_position":"","ocean_post_title_bg_image_attachment":"","ocean_post_title_bg_image_repeat":"","ocean_post_title_bg_image_size":"","ocean_post_title_height":0,"ocean_post_title_bg_overlay":0.5,"ocean_post_title_bg_overlay_color":"","ocean_disable_breadcrumbs":"default","ocean_breadcrumbs_color":"","ocean_breadcrumbs_separator_color":"","ocean_breadcrumbs_links_color":"","ocean_breadcrumbs_links_hover_color":"","ocean_display_footer_widgets":"default","ocean_display_footer_bottom":"default","ocean_custom_footer_template":"0","ocean_post_oembed":"","ocean_post_self_hosted_media":"","ocean_post_video_embed":"","ocean_link_format":"","ocean_link_format_target":"self","ocean_quote_format":"","ocean_quote_format_link":"post","ocean_gallery_link_images":"off","ocean_gallery_id":[],"footnotes":""},"categories":[1],"tags":[],"class_list":["post-2433","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-blognews","entry"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Dubartoonni maaliif dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu? - Turjumaana fi biyyoomssu Itiyoostaar<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Dubartoonni maaliif dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu? - Turjumaana fi biyyoomssu Itiyoostaar\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"Qopheessitoonni: Esteban Ortiz-Ospina fi Diana Beltekian Kan barreeffame: Bara 2018 A.L.A Kan hiikame:\u00a0Bara 2023 A.L.A Addunyaa kana irratti bakka hundatti dubartoonni dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu \u2013 garuu yeroo hunda akkas hin turre. Ragaan biyyoota dureeyyii irraa argame akka agarsiisutti jaarraa 19ffaa keessa dubartoonni dhiirota caalaa umurii dheeraa akka hin jiraannedha. Yeroo har\u02bcaa dubartoonni dhiirota [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"Turjumaana fi biyyoomssu Itiyoostaar\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2023-03-11T17:58:50+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2023-03-11T18:22:17+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-content\/uploads\/2023\/03\/Picture1.png\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"Ethiostarlocalization\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"Ethiostarlocalization\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"5 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"Ethiostarlocalization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fcd1d6d44fdd82ae3bcf80faa0b596d4\"},\"headline\":\"Dubartoonni maaliif dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu?\",\"datePublished\":\"2023-03-11T17:58:50+00:00\",\"dateModified\":\"2023-03-11T18:22:17+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\\\/\"},\"wordCount\":1081,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/2023\\\/03\\\/Picture1.png\",\"articleSection\":[\"Main Blogs\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\\\/\",\"name\":\"Dubartoonni maaliif dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu? - Turjumaana fi biyyoomssu Itiyoostaar\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/2023\\\/03\\\/Picture1.png\",\"datePublished\":\"2023-03-11T17:58:50+00:00\",\"dateModified\":\"2023-03-11T18:22:17+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/2023\\\/03\\\/Picture1.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/2023\\\/03\\\/Picture1.png\",\"width\":678,\"height\":557},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Dubartoonni maaliif dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/\",\"name\":\"Turjumaana fi biyyoomssu Itiyoostaar\",\"description\":\"Tajjaajilaa Turjumaana fi Biyyoomssuu oogummaa Itiyoophiyaa keessaa\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"Ethiostar Localization and Translation PLC\",\"url\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/2021\\\/10\\\/LOGO-Original-HD-x2.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/2021\\\/10\\\/LOGO-Original-HD-x2.png\",\"width\":2000,\"height\":826,\"caption\":\"Ethiostar Localization and Translation PLC\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fcd1d6d44fdd82ae3bcf80faa0b596d4\",\"name\":\"Ethiostarlocalization\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/749a039178e8e79833fb42a87a5bca2366b7c8dd27c9e43d94b161f2dad74e02?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/749a039178e8e79833fb42a87a5bca2366b7c8dd27c9e43d94b161f2dad74e02?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/749a039178e8e79833fb42a87a5bca2366b7c8dd27c9e43d94b161f2dad74e02?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"Ethiostarlocalization\"},\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/ethiostarlocalization.com\\\/oro\\\/\"]}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Dubartoonni maaliif dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu? - Turjumaana fi biyyoomssu Itiyoostaar","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Dubartoonni maaliif dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu? - Turjumaana fi biyyoomssu Itiyoostaar","og_description":"Qopheessitoonni: Esteban Ortiz-Ospina fi Diana Beltekian Kan barreeffame: Bara 2018 A.L.A Kan hiikame:\u00a0Bara 2023 A.L.A Addunyaa kana irratti bakka hundatti dubartoonni dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu \u2013 garuu yeroo hunda akkas hin turre. Ragaan biyyoota dureeyyii irraa argame akka agarsiisutti jaarraa 19ffaa keessa dubartoonni dhiirota caalaa umurii dheeraa akka hin jiraannedha. Yeroo har\u02bcaa dubartoonni dhiirota [&hellip;]","og_url":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/","og_site_name":"Turjumaana fi biyyoomssu Itiyoostaar","article_published_time":"2023-03-11T17:58:50+00:00","article_modified_time":"2023-03-11T18:22:17+00:00","og_image":[{"url":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-content\/uploads\/2023\/03\/Picture1.png","type":"","width":"","height":""}],"author":"Ethiostarlocalization","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"Ethiostarlocalization","Est. reading time":"5 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/"},"author":{"name":"Ethiostarlocalization","@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/#\/schema\/person\/fcd1d6d44fdd82ae3bcf80faa0b596d4"},"headline":"Dubartoonni maaliif dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu?","datePublished":"2023-03-11T17:58:50+00:00","dateModified":"2023-03-11T18:22:17+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/"},"wordCount":1081,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-content\/uploads\/2023\/03\/Picture1.png","articleSection":["Main Blogs"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/","url":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/","name":"Dubartoonni maaliif dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu? - Turjumaana fi biyyoomssu Itiyoostaar","isPartOf":{"@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-content\/uploads\/2023\/03\/Picture1.png","datePublished":"2023-03-11T17:58:50+00:00","dateModified":"2023-03-11T18:22:17+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/#primaryimage","url":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-content\/uploads\/2023\/03\/Picture1.png","contentUrl":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-content\/uploads\/2023\/03\/Picture1.png","width":678,"height":557},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/dubartoonni-maaliif-dhiirota-caalaa-umurii-dheeraa-jiraatu\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Dubartoonni maaliif dhiirota caalaa umurii dheeraa jiraatu?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/#website","url":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/","name":"Turjumaana fi biyyoomssu Itiyoostaar","description":"Tajjaajilaa Turjumaana fi Biyyoomssuu oogummaa Itiyoophiyaa keessaa","publisher":{"@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/#organization","name":"Ethiostar Localization and Translation PLC","url":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-content\/uploads\/2021\/10\/LOGO-Original-HD-x2.png","contentUrl":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-content\/uploads\/2021\/10\/LOGO-Original-HD-x2.png","width":2000,"height":826,"caption":"Ethiostar Localization and Translation PLC"},"image":{"@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/#\/schema\/person\/fcd1d6d44fdd82ae3bcf80faa0b596d4","name":"Ethiostarlocalization","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/749a039178e8e79833fb42a87a5bca2366b7c8dd27c9e43d94b161f2dad74e02?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/749a039178e8e79833fb42a87a5bca2366b7c8dd27c9e43d94b161f2dad74e02?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/749a039178e8e79833fb42a87a5bca2366b7c8dd27c9e43d94b161f2dad74e02?s=96&d=mm&r=g","caption":"Ethiostarlocalization"},"sameAs":["https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/"]}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2433","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=2433"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2433\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":2438,"href":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/2433\/revisions\/2438"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=2433"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=2433"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/ethiostarlocalization.com\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=2433"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}