Waa'ee keenyaa

Dhaabbata Turjumaana Fi Biyyoomssuu Ittiyoostaar

Dhabbanni Turjumaana fi Biyyoomsuu Itiyoostaar kaanini sirrayee hundeefaame bara 2020/2013 ti Finfinnee, Itiyoophiyaa keessatti ,oogumaan dhiyeessaa qooqoota garagartti, hiikkitoota beekamoo gurumun kan qabateedha, oogeessa Biyyoomsuu, leexiikoograaferoota, dubbisaa mirkaanessa, barreesiitota walfakkatti, misensoota appliikashini sooftweeri , gabaa dijitaali, proogramerotaa koompitaara fi waligalte wajiiraa fi hojjetoota gargartuu dhaabbatichaaf barbaachissan.

Asmeeratti, Eeritri’aa, Kaartuumitti, Suudan, juubatti, kiba suudan, na’iroobitti, keeniyaa, magadiishootti, Soomalia fi juubuutitti aaddaa gudda fi qoqotaa gafaarati argaaman walit qabbisisuu, eesumati’u kan nuti keenninuu eeguumsaa, qorannoo, galmee saasabi fi gudiina qooqota mi’ao fi aaddaa naniichaatti.

Kan waan ta’eef, akka hunduumat Itiyoostaar qulqullinaaf, oogumaaf fi itti amanama Tajaajilaa hiikkoo gaanfa irraatti, addati afirikaa keessatti kutaate kan ka’edha Taajijila afaanota dursaa, ragalee hundumaatti guutuu ta’an hedduu biyyaa alatti erguu, taajijila ogeessota fi qabeenyaan dursaa ta’uu keenya Maamiltoota keenyaa fi nuuf mirkaneessuun onnachiiftuu keenyadha.
Daandii Fedhii qooqaa Turjumaana Maamilla keenyaa milkeessuun waadaa keenya isa ijoodha.

Kaka’umsa ciminaan kaayyoo keenya waliin qoodachuun, nuti garee warreen qooqa jijjiirtotaa fi hojii uumattoota kanneen biroo waliin hojjetuudha. Akka dhaabbata tajaajila biyoomsuu jalqabaaf Itiyoophiyaa keessatti beeksiisetti, karaa sirrii tolchuuf wantoota hedduu hojjetamuu qaban ni beekna.

Maalif nuu filaachu barbaaddan? Maaltu adda nuu godha?

Hiikktowwan keenya

  • Hiiktowwan keenyaa qaxaruudhaafi quulqulluuma jaaba fi adeemsa qulqullesuun salphat dandeetti mammila kan agarisuu dha
  • Dhalata biyaa yokin dhaalata biyaat kan dhiyatan 100+ kan taan irratti hunda’e ittiyoophiya keessa Finfinnee, Eessayitaa, Diiree Dawaa, Jiigjiigaa, hawaassa, jimma nayirobi(keeniiya) fi kampaala(yugandaa)
  • Dhaabbata aduunyootaa Qooqa Angolootaa, Eritriyotaa, Ittiyophiyoota, xaaliyaanotaa, keenniyanota, somalliyanota, ruussiyanota fi yuugandoota seenaa duuba oogumoowwan barnoota waliin yaada keessa kan galchee fi gamnuma aadaawwan fi Qooqawwan adaa ta’en beekisiisaan kan qabateedha.
  • Beekumsa malee beekina warra jedhaniif iddoo hin qabnuu.
  • Nuti bu’uura hojji keessani hinbalesinus kommishiins hin fudhanuu Afaanota tajaajila kenninu hundaan Qooqa jijjiirtota manaa keessaa hujjetan qabna akkasumas qooqa jijjiirtonni keenya qacaramtootaa bilissani, kanfaltiin ji’aan mindeeffamuufamidha.
    Pirojektii qooqa jijiiruu fii biyyoimsuu hunda keessatti Gareen qooqaa jijiirtoota haalan leenji’anii fi mijatoo ta’an duuba jiru.

Adeemsa ya'uu hojii keenya fi mamila tajaajilu

  • Adeemsa Turjumaana fi biyomsuu keessatti kan isiin barbaadan hunduma gochu ni dandeenya 1.taajaajilli Biyyoomsuu keenya kan inni of keessatti qabatu, TEP, DTP, sagaleen hikuu qaamaan osoo hin muldhatiin, barreefamaan waan dybbatame hiikuu, maqaa moggaasuu, qooqa barbaadame fi kan biyya keessan ragaa funaanuu fi xiinxaluu , moggaasa sirreessuu fi yakka himuu(yakkiimsa)
  • Turjumaana qulqulluummaan sadarkaa urjii-5: Dandeettii sirriin kan dhufu adeemsa qooqa jijiiruu gahumsa qabuj fii saayinsaawaa ga’een, oggeessoota pirojektii hoggananiin, jijjiirraa qooqaa salphaa fi ceessisa tolu, gulaaluu fii adeemsa irra deebi’anii ilaaluu(se’eechuu), hirmaanna ogeessota naannoo qabiyyichaa.
  • Adeemsa fi sistemaa hunda qabata fi qulqulina to’aachuu(QT) jabeessuu
  • Adeemsa Turjumaanaifaa fi walqabata
  • Wabii maallaqa-deebisuu fi addabbiin of dirqisiisuu fi dogogoora raawwachuu fi curoo dadhabinakeenyaaf beenya karoorfaneera
  • Mamilowwan yeroo hunduma ta’anif gatti gadi buussa gargaraf fi beekisiisa guura-guuddiftu ni keennama
  • Sa’atii dhiibba,torbe keessa guuyyaa toorba hojechuuf qophofneera
  • Mamilowwan keenya kan isaan barbaadan gochuuf tajaajila tola dabalata keennu ni barbaana.
  • Humna nama fedhii mamila keenya kan ilaalani fi kan namatti tolan.
Teekinolojiiwwaan keenya

Dandeetti teekinolojii walitti fiiduu keenyan(kana jechuun Meeshalee CAT ) adeemsa hiikkkaa keessatti nuti yeroo hundumma dorgommoowwan keenya irraa halaa adda te’en ilaalamna Bal’ina hojii irratti hunda’un fi fedhii mamilowwan keenya,Meeshaalee hiikkaa kompiiteeran gargaraamu(Meeshalee CAT) fayyadamu dandeenya:

I. Meeshaalee Turjumaana fi memoorii
III. Oomishaa kussaa Jechootaa
II. Meeshaalee Biyyoomssuu

Mammilowwan keenyaa warri nutti dursiinee Tajaajiloota Biyyoomssuu fi Turjumaana galchiineef keessaa

Hojjettootafi Turjumaanoota Biyyooleessa Itiyostaar