Tajaajila oogummaa Turjumaana fi Biyyoomssuu Itiyoophiyaa keessaa

Nuu wajjiin michoomuun tajaajila gatii gadi buusa nutti kenninuun gammadaa

Dandeetti adeemsa turjumaanicha hordofuu, proojektoota gurguddoof haaroomsa guyyuu ni argatuu

Kafaltiin keenya USD 0.05(Qarsh 2.25) kaase hanga USD 0.25 (Qarsh 11.30) ti dha.

Wabii qarshii deebisitti fi guyyaa dhumaa jala darbee fi akkaatan barreessitii sirri hin taaneef  addabii mataa ofi qabna

Faayilaa keessan olfe’atti, turjumaani isiinf taasifame karaa toora intarneetti ta’usa baraa

Jaalatamoo mammilaa fi michuu kenyaa warra muraasa keessa

Tajaajila Turjumaana fi Biyyoomsuu baha Afrikaa fi Itiyoophiyaa

Baga nagaan dhuftan!                            
Tajaajila hiikkorra kan ka’e waliigaltee dhabu mudamtanni beekituu? Dhaabbata Turjumaana amanamaa, ogeessota hiikkoo kan offi keessa qabu ergaa keessan dogonggoran kan hin hiikkinne barbaada jirtu? Yeroo isiin jalaa dabaarsiinan dhifaamanni dadhabdanii? Hanqiina dubbisa mirkaneesuu dhabun aartannii? maallaqa mi’aan hojjachiisatanni turjumanichii jajalatenaan ulfina dhabuudhaan isinitti dhagahameera? Hanqina iddoo dhabii makiina/parkii isiin mudaterra ? Ulaagalee keessan hubachuu dhabinaan turjmaanoota ykn ejeensiiwwan koomatanii beektuu?

Waa’ee tajaajila Turjumaana fi Biyyoomsuu barbaadan hir’ina ykn yaaddoo baay’ee qabachuu dandeesuu. Koommiin keessan hundunuu nuu biratti ni haqoomsaamoo fi fudhatamoodha. Muxxannoo durrii fi teekinnolojii gaarii irraa furmaata arganeen gargaramne kommiiwwan mamila keenya hundumaa irraa of-eegannoon baraane dhufneera. Hawwiin keenya isiini wajjin firooma hojii yeroo dheeraaf turu fi walitti-dhufiinsa Adeemsa hiikaa keenya dabalate yaada bali’inaaf nuu qunnamaa.

Odeeffannoo dabalataf nuuf bilbila:

Gatti sababefata kan ta'e

  • Tokko tokko jechootatiin kan kafaltii ifaa taasisuu dha.
  • Qarqabaalee garagara dhuunfaadhaaf, mit-mootummaa naannoodhaaf, dhaabbata fi idil addunya dhaaf

Dandeetti-qabeessa

Hiikitoota ragaa 50+ nanoowan gudgudo hundamtti kan hojetanni sadarkaa mija’a qabiyee isiin barbaadannin kan danda’amu,qabeentaan isa rakiina hin qabu.

Hiikka qulqulluu fi itti fuffi'insa

ApI walittiqabata fi Meeshalee mijaata keessatti ijaarama ya’iinsa hojii dandeetti -dhabeessa kan godhu kan baleessuu fi itti fufensa fi qulqullina proojektti hundumarraatti dha.